Sunday, March 11, 2007

Oromoota Mootummaan Tigree Bineensa Nyaachifte

Bitooteessa 11, 2007 (Oromiyaa) - Tarkaanfin suukanneessan mootummaa Wayyaanetiin ummata Oromoo tirra gahaa jiru yoomiraahuu caalaa hammaachaa dhufe.

Mootummaan Tigree Oromoota lakkoofsa hin qabnnee gara jabinaan tarkkaanffii suukanneessa irrati fudhachaa jirti. Haaluma kanaan Oromoota hedduu sababaa tokko malee ajjeesuudhan akka bineensan nyaataman taasisaa jirti. Oromoota kanneen keeysaa Dubree Ormoo tan taate Aayishaa Aliyyii Mohammad tan suuran isii kanaa gad jiru keeysati argamti.


Oromoota biroo kanneen ajjeefamanii awwaalcha dhabanii Bineeni alati nyaate akka armaan gaditi tarreeffaman kana

Lak

Maqaa

Umrii

Saala

Araddaa

Aanaa

Sa/Barumsaa

1.

Ayihsaa Aliyyii Mahammad

14

Dha

Mi’eesso

Mi’eesso


2.

Ahmad Mahammad Kurree

70

Dhi


3.

Adam Abdukariim

32

dhi


4

Adam Ammee Yaasuuf

35

dhi

Huusee


5

Ahamad Abrahim (boruu)

30

dhi

Mi’eesso


6

Mahamad Eeliyaas Guutoo

28

dhi

Daalachoo


7

Yaasuf Ibroo

34

dhi

Asabooti


8

Ahmad Abduraman

37

dhi


9

Abdallaa Mahamad Beruu

25

dhi

Faayoo

Kutaa 10

10

Mahamad Aliyyii Turee

30

dhi

Ciro

Ciro


11

Adinaan Mahammad

22

dhi

Galamso

Habroo

Kutaa 10+2

12

Ahmad Mahamad

36

dhi

Gubbaa Qorichaa

Gubbaa qoricha


13

Ahmad Korreaa

-

Dhi


Doobbaa


14

Ahmad Aliyyii

14

Dhi

Doobbaa

Doobbaa

Kutaa 8

15

Ahmad shankoor

18

dhi


Xuullo

Kutaa 10

16

Ahmad Eeliyaas

-

dhi


Mi’eesso


17

Ibrahim Badhaasoo

-

dhi


Habroo


18

Mohammad Saanii

-

Dhi


Doobbaa


19

Ahamad Abraahim

-

dhi


Mi’eesso

Kutaa 9

Warreen Sababaa Tokko Malee Kampii Mi’eessotti Hidhaman

1

Usmaan Tuqoo






2

Bokkuu Burtaa





Barataa Universitii Haroomayaa

3

Abdallaa Mahamadee






4

Husseen Ahmad






5

Kaarruu Bishee






6

Badhaasoo Mahamad






7

Abdallaa Abraahim






8

Aadam Abdullaa






9

Yaassin Ibraoo






Warreen Sbabaa Tokko Malee Miidhan guddaan Irra Gahee akka itti yaalaman dhaban

  • Ahmad Abdullee
  • Mahamad Habroo
  • Abdujaliil Abdallaa
  • Mahamad Sofiyaan
  • Abdallaa Dawid
  • Ibsaa Aadam
  • Mahdii Aliyyii
  • Gadaa Mahamad
  • Kalid Aliyyii
  • Kimiyaa Aadam
  • Faaxumaa Mahamad
  • Muntahaa
  • Faaxumaa Zaaraa

Gochaan suukanneeysan diinni Oromootarraan gahaa jiru kun yoom irraahuu caalaa ummanni Oromoo akka muratee qabsoo isaaf hiriiree bilisummaa Oromoo as dhiheeysu godha malee QBO boodati hin deebisu.

Injifannoo Ummata Oromoof!!

Gadaan Gadaa Bilisummaa ti!!

Labels:

0 Comments:

Post a Comment

Subscribe to Post Comments [Atom]

<< Home