Wednesday, May 12, 2010

Tokkummaa maaf Lagattee? (Walaloo Suraa Dhugaa)

Tokkummaa Maaf Lagattee?

Walaloo Suraa Dhugaa
*

Tokummaa maaf laggattee?
Jaladeemtuu filttee?
Qufaaf ganda hin deemani
Mana ofiitti nyaatani
Kan garaa guttataani
Halagaan kadhatin
Keesi hormaaf hin latiin!
Tokummaa hin dagatiin!!!
Hinumaan hukukkuraa
Akka quunnaa gurguraa
Diddee na sugrguraa
Kunnoo nara tutturaa
Bara kamtu nafuraa?
Galmi tokummaa dhabee
Akka kormaa wal yaabee
looni yoo abba dhabbee
Hundumtuu hin qallaa qabee
Isa kaanis gugubbee
Ni afeelam aguggee
hunduu lafaraa dhumnaan
malumaa ta'aa eegge?

Uttuu barana jennu
Uttuu bara egger jennu
Lafti nuraan soktee
Yyartuun nutti kolftee

Gadheen numanaagattee
Nurratti barganfattee
Qe'ee keenya dhunfattee

Hallagaan maali nugoottee?
Gantuu lammii nunyaattee!

* The author can be reached at suraadhugaa@yahoo.com.

0 Comments:

Post a Comment

Subscribe to Post Comments [Atom]

<< Home